Skip to content
Untitled-1 copy
  • Home
  • Who We Are
  • Admission
  • Academics

      Health Science

      • Pharmacy
      • Nursing
      • Medical Laboratory

      Business and Finance

      • Accounting
      • Marketing Management
      • Human Resource management

      Information technology

      • Information Technology
      • (CPD) Continuing Professional Development
      • Short term training
  • News and Events
  • Contact
    • Contact Us
    • FAQ’s
    • Gallery
  • Home
  • Who We Are
  • Admission
  • Academics

      Health Science

      • Pharmacy
      • Nursing
      • Medical Laboratory

      Business and Finance

      • Accounting
      • Marketing Management
      • Human Resource management

      Information technology

      • Information Technology
      • (CPD) Continuing Professional Development
      • Short term training
  • News and Events
  • Contact
    • Contact Us
    • FAQ’s
    • Gallery
Get Started
Science

‘Hospitaalonni Finfinnee Afaan Oromoo wallaaluun dhukkubsattoota balaa lubbuuf saaxilaa jira’- Qorannoo

  • 15 Nov, 2023
  • Com 0

Sadaasa 27/2015(TOI) -Biiroon Fayyaa Oromiyaa konfiransii sagantaa sosochii karoora Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa bara 2015 aanaaleefi magaalota hirmaachise godinaaleefi magaaloota keessatti gaggeessaa jira.

Kaayyoon konfiransichaas ummanni naannichaa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa fayyadamaa ta’uun tajaajila fayyaa dhiyeenyaan akka argatu taasisuudha.

Oromiyaatti sagantaan Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa bara 2003 aanaalee Oromiyaa afur keessatti yaaliidhaan eegalame yeroo ammaa aanaalee 338 keessatti hojiirra ooluu biirichi beeksisee jira.

Akka Oromiyaatti hanga ammaatti miseensa hawaasa miliyoona 4.2 horachuun maatii miliyoona 20 fayyadamtoota Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa taasisuun danda’ameera.

Bara 2015’ttis gara miliyoina 5.2 irraan gahuun maatii mil.25 fayyadamtoota taasisuuf karoorfamee hojjetamaa jira.

Rakkoo gama dhiyeessii qorichaan tajaajilamtoota mudatu hiikuufis manneen qorichaa sadarkaasaa eeggate 136 banamee tajaajia kennaa jiraachuun ibsameera.

Akkasumas kenna tajaajila dhaabbilee fayyaa foyyessuun karaa qulqulinaafi saffisaa ta’een fayyadamummaa ummataa caalmaatti mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu konfiransicharratti ibsameera jechuun Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa gabaasera.

Tags:
DesignDevelopment
Share on:
Dr. Owen Kaluwa Assumes Office as WHO Representative to Ethiopia

Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Untitled-1_copy-removebg-preview

Learn without limits!!!

Address: አለምገና ኬንቴሪ በድር ቢዝነስ ሴንተር 4ኛ እና 5ኛ ፎቅ
Call:
0925528888,
0924528888
Email: info@sebetacollege.com

Online Platform

  • About
  • News and Events
  • Admission Requirements

Links

  • Contact Us
  • Gallery
  • News & Articles
  • FAQ’s

Contacts

Enter your email address to register to our newsletter subscription

Icon-facebook Icon-linkedin2 Telegram
Copyright 2026 Sebeta Health Science and Business College | Developed By Alkebulan. All Rights Reserved
SHSBCSHSBC
Sign inSign up

Sign in

Don’t have an account? Sign up
Lost your password?

Sign up

Already have an account? Sign in